LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Eenyu iyyuu uffata moofaa irratti erbee haaraa hin erbu; sababiin isaas, erbeen haaraan sun shushuntuuree uffata sana caalaatti tarsaasa.+ 17 Yookiin namoonni daadhii wayinii haaraa qalqalloo moofaatti hin naqan. Akkana yoo godhan garuu, qalqallichi dhoʼee daadhichi ni dhangalaʼa; qalqalloon sunis sana booda faayidaadhaa ala taʼa. Haa taʼu malee, namoonni daadhii wayinii haaraa qalqalloo haaraatti naqu; akka kanaan lamaanuu yeroo dheeraa turu.”

  • Luqaas 5:36-38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Dabalataanis akkana jedhee fakkeenya tokko isaanitti hime: “Namni uffata haaraa irraa erbee muree uffata moofaa irratti hodhu hin jiru. Akkana yoo godhe erbeen haaraan sun irraa ni kaʼa; erbeen haaraan sun isa moofaa wajjin wal hin simu.+ 37 Kana malees, eenyu iyyuu daadhii wayinii haaraa qalqalloo moofaatti hin naqu. Akkana yoo godhe garuu, daadhiin wayinii haaraan sun qalqalloo sana ni dhoosa; wayinichi ni dhangalaʼa; qalqalloon sunis faayidaadhaa ala taʼa. 38 Haa taʼu malee, daadhii wayinii haaraan qalqalloo haaraatti naqamuu qaba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi