Maatewos 27:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Saʼaatii jaʼaa jalqabee hanga saʼaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaʼe.+ Luqaas 23:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Yeroon isaa gara saʼaatii jaʼaa taʼus, hanga saʼaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaʼe;+