Maatewos 27:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Saʼaatii jaʼaa jalqabee hanga saʼaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaʼe.+ Maarqos 15:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saʼaatii jaʼaa jalqabee hanga saʼaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaʼe.+