LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:55, 56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Dubartoonni hedduun Yesuusiin tajaajiluuf+ Galiilaadhaa isaa wajjin dhufanis fagoo dhaabbatanii ilaalu turan; 56 isaan keessaas Maariyaam ishiin Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoobii fi Yosees, akkasumas haati ilmaan Zabdewos+ jiru turan.

  • Luqaas 23:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Namoonni akka gaariitti isa beekan hundis fagaatanii dhaabbatu turan. Dubartoonni Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis achi dhaabbatanii wantoota kana ilaalu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi