LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:40, 41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Dubartoonni fagoo dhaabbatanii ilaalanis jiru turan; isaan keessaa Maariyaam ishii Magdalaa, Maariyaam haadha Yaaqoob isa xinnichaa* fi Yosees, akkasumas Salomee turan.+ 41 Dubartoonni kun warra yommuu inni Galiilaa turetti isaa wajjin turanii fi isa tajaajilaa turani dha;+ dubartoonni isaa wajjin gara Yerusaalem dhufan kan biroon hedduunis jiru turan.

  • Luqaas 8:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 dubartoonni hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, Maariyaam ishii Magdalaa jinniiwwan torba keessaa baʼan, 3 Yoʼaanaa+ haadha manaa Kuuzaa isa itti gaafatamaa mana Heroodis taʼe sanaa, Susaanaa, akkasumas dubartoota kan biroo hedduu warra qabeenya isaaniitiin isaan tajaajilan turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi