Luqaas 24:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Guyyaa jalqabaa torban sanaatti garuu urgooftuu qopheessan sana fudhatanii ganama barii gara awwaalichaa* dhufan.+ Yohaannis 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Maariyaam ishiin Magdalaa guyyaa jalqabaa torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa* dhuftee+ dhagichi awwaalicha* irraa kaafamuu isaa argite.+
24 Guyyaa jalqabaa torban sanaatti garuu urgooftuu qopheessan sana fudhatanii ganama barii gara awwaalichaa* dhufan.+
20 Maariyaam ishiin Magdalaa guyyaa jalqabaa torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa* dhuftee+ dhagichi awwaalicha* irraa kaafamuu isaa argite.+