LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 28:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sanbanni erga darbee booda, guyyaa jalqabaa torban sanaatti, Maariyaam ishiin Magdalaa fi Maariyaam ishiin kan biraan awwaalicha ilaaluuf ganama barii dhufan.+

  • Maarqos 16:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sanbanni+ erga darbee boodas, Maariyaam ishiin Magdalaa, Maariyaam+ haati Yaaqoobii fi Salomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.+ 2 Guyyaa jalqabaa torban sanaatti ganama barii akkuma aduun baateen gara awwaalichaa* dhufan.+

  • Yohaannis 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Maariyaam ishiin Magdalaa guyyaa jalqabaa torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa* dhuftee+ dhagichi awwaalicha* irraa kaafamuu isaa argite.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi