LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 22:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, barattoota isaanii hordoftoota Heroodisii+ wajjin gara isaatti erganii akkana jedhan: “Barsiisaa, ati nama dhugaa akka taate, daandii Waaqayyoo dhugaadhaan akka barsiistuu fi fudhatama argachuuf jettee homaa akka hin goone beekna; sababiin isaas, ati bifa namaa ilaaltee hin murteessitu.

  • Maarqos 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sana booda wanta inni dubbatuun kiyyootti isa galchuuf, Fariisota tokko tokkoo fi hordoftoota Heroodisiin gara isaatti ergan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi