12 Yeroo sanatti Yesuus kadhannaa dhiheessuuf gara gaaraatti ol baʼee,+ halkan guutuu gara Waaqayyootti kadhannaa dhiheessaa bule.+ 13 Yommuu bariʼus, barattoota isaa ofitti waamee isaan keessaa namoota 12 filatee ergamoota jedhee moggaase; isaanis kanneen kana dha:+