Maatewos 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati garuu yeroo kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu.+ Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa. Maarqos 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gaara tokkotti ol baʼees namoota barbaade+ ofitti waame; isaanis gara isaa dhufan.+
6 Ati garuu yeroo kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu.+ Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.