LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Kanaafuu, ani isinitti nan hima, cubbuun namoonni hojjetanii fi arrabsoon isaan dubbatan hundi isaaniif ni dhiifama; namni hafuura qulqulluu arrabsu garuu dhiifama hin argatu.+ 32 Fakkeenyaaf, namni Ilma namaa irratti dubbii hamaa dubbatu kam iyyuu dhiifama ni argata;+ namni hafuura qulqulluu irratti dubbii hamaa dubbatu kam iyyuu garuu sirna* kana keessattis taʼe, isa dhufu keessatti dhiifama hin argatu.+

  • Luqaas 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namni Ilma namaa irratti dubbii hamaa dubbatu kam iyyuu dhiifama ni argata; namni hafuura qulqulluu arrabsu kam iyyuu garuu dhiifama hin argatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi