LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 3:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Dhuguman isiniin jedha, cubbuun ilmaan namootaa hojjetanii fi arrabsoon isaan dubbatan hundi isaaniif ni dhiifama. 29 Haa taʼu malee, namni hafuura qulqulluu arrabsu kam iyyuu bara baraaf cubbamaa+ taʼa malee dhiifama hin argatu.”+

  • Hojii Ergamootaa 7:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+

  • Ibroota 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sababiin isaas, warra yeroo tokko ifni isaaniif ife,+ warra kennaa tolaa isa samii irraa dhandhamatan, warra hafuura qulqulluu fudhatan,

  • Ibroota 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 garuu immoo amantii irraa garagalan,+ deebiʼanii yaada akka geddaratan kakaasuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, isaan ofii isaaniitiif Ilma Waaqayyoo lammata muka irratti fannisu, akkasumas uummata duratti isa salphisu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi