Luqaas 7:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ani isinitti nan hima, namoota dubartii irraa dhalatan keessaa Yohaannis irra kan caalu hin jiru; namni Mootummaa Waaqayyoo keessatti hundumaa irra xinnaa taʼe garuu isa ni caala.”+
28 Ani isinitti nan hima, namoota dubartii irraa dhalatan keessaa Yohaannis irra kan caalu hin jiru; namni Mootummaa Waaqayyoo keessatti hundumaa irra xinnaa taʼe garuu isa ni caala.”+