Uumama 21:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Saaraan ni ulfoofte;+ akkuma Waaqayyo waadaa isaaf galee turetti, yeroo murteeffame sanatti, bara dulluma isaatti Abrahaamiif ilma ni deesse.+ 3 Abrahaam ilma Saaraan isaaf deesse sana maqaa isaa Yisihaaq jedhee moggaase.+
2 Kanaafuu, Saaraan ni ulfoofte;+ akkuma Waaqayyo waadaa isaaf galee turetti, yeroo murteeffame sanatti, bara dulluma isaatti Abrahaamiif ilma ni deesse.+ 3 Abrahaam ilma Saaraan isaaf deesse sana maqaa isaa Yisihaaq jedhee moggaase.+