LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Gadameessa keessatti si tolchuu koo dura si beekeera,*+

      Dhalachuu* kee duras si qulqulleesseera.*+

      Sabootaaf raajii si godheera.”

  • Roomaa 9:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Taʼus yeroo sanatti qofa utuu hin taʼin, yeroo Ribqaan abbaa keenya Yisihaaqiif ijoollee lakkuu ulfooftettis waadaan kun galamee ture;+ 11 Waaqayyo kan filatu hojii irratti hundaaʼee utuu hin taʼin kaayyoo isaa irratti hundaaʼee waan taʼeef, utuu isaan dhalatanii wanta gaarii yookiin wanta hamaa tokko illee hin hojjetin dura waaʼee ijoollee sanaa, 12 “Inni angafaa isa quxisuudhaaf garbicha taʼa” jedhamee ishiitti himame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi