-
Maatewos 4:8-10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ammas Diyaabilos gaara baayʼee dheeraa tokko irra ol isa baasee mootummoota addunyaa hundumaa fi ulfina isaanii isatti argisiise.+ 9 Achiis, “Siʼa tokko qofa jilbeenfattee yoo na waaqeffatte wantoota kana hundumaa siif nan kenna” isaan jedhe. 10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.
-