Maatewos 4:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe. Maarqos 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu Yesuus, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe.
17 Kanaafuu Yesuus, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe.