2 Haa taʼu malee, Yesuus guyyoota muraasa booda ammas gara Qifirnaahom dhufe; akka inni mana keessa+ jirus balʼinaan odeeffame. 2 Namoonni hedduun achitti waan walitti qabamaniif manichi ni guute; balbala dura illee iddoon hin jiru ture; innis dubbicha isaaniif lallabuu jalqabe.+