Luqaas 15:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Gaaf tokko warri qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hundi Yesuusiin dhaggeeffachuuf isa biratti walitti qabaman.+ 2 Yeroo kanatti, Fariisonnii fi barsiisonni seeraa, “Namichi kun cubbamoota ni simata; isaanii wajjinis ni nyaata” jedhanii gunguman.
15 Gaaf tokko warri qaraxa sassaabanii fi cubbamoonni hundi Yesuusiin dhaggeeffachuuf isa biratti walitti qabaman.+ 2 Yeroo kanatti, Fariisonnii fi barsiisonni seeraa, “Namichi kun cubbamoota ni simata; isaanii wajjinis ni nyaata” jedhanii gunguman.