Maarqos 5:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yesuusis yeruma sana humni+ akka isa keessaa baʼe itti dhagaʼame; uummaticha gidduudhaa duubatti garagalee, “Eenyutu uffata koo tuqe?”+ jedhee gaafate.
30 Yesuusis yeruma sana humni+ akka isa keessaa baʼe itti dhagaʼame; uummaticha gidduudhaa duubatti garagalee, “Eenyutu uffata koo tuqe?”+ jedhee gaafate.