Yaaqoob 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+ 1 Yohaannis 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan kan addunyaa ti;+ wanta addunyaa irraa madde kan dubbatanii fi addunyaan kan isaan dhaggeeffatu kanaafi.+
4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+
5 Isaan kan addunyaa ti;+ wanta addunyaa irraa madde kan dubbatanii fi addunyaan kan isaan dhaggeeffatu kanaafi.+