Maatewos 8:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo Qifirnaahomitti seenus, ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhufee akkana jedhee isa kadhate:+ 6 “Yaa Gooftaa, tajaajilaan koo lamshaaʼee mana ciiseera; akka malees dhiphachaa jira.”
5 Yeroo Qifirnaahomitti seenus, ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhufee akkana jedhee isa kadhate:+ 6 “Yaa Gooftaa, tajaajilaan koo lamshaaʼee mana ciiseera; akka malees dhiphachaa jira.”