LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 8:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Inni akka iddoo qulqulluu ni taʼa,

      Manneen Israaʼel lamaaniif garuu

      Akka dhagaa nama gufachiisuu+ fi

      Akka qarsaa nama kuffisuu ni taʼa;

      Jiraattota Yerusaalemiifis

      Akka kiyyoo fi qamaaxiraa* ni taʼa.

  • Luqaas 2:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Kana malees, Simiʼoon isaan eebbise; Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: “Kunoo, mucaan kun Israaʼel keessatti kufaatii+ fi kaʼumsa namoota hedduutiif sababa taʼa;+ akkasumas mallattoo tuffatamu ni taʼa;+

  • Yohaannis 6:66
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 66 Kanaan kan kaʼes, barattoota isaa keessaa hedduun wantoota dhiisanii turanitti deebiʼan;+ sana boodas isa duukaa hin buune.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi