LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Kitaabota Qulqulluu keessatti, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu*+ taʼe. Kun Yihowaa* biraa dhufe, ija keenyaafis dinqii dha’+ isa jedhu matumaa hin dubbisnee?

  • Maatewos 21:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Kana malees, namni dhagaa kana irratti kufu ni caccaba.+ Namni dhagichi isa irratti kufu kam iyyuu ni hurraaʼa.”+

  • Luqaas 20:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuus garuu gara isaanii ilaalaa akkana jedhe: “Maarree, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe’+ jedhamee inni barreeffame maal jechuu dha? 18 Namni dhagaa kana irratti kufu hundi ni caccaba.+ Namni dhagichi isa irratti kufu kam iyyuu ni hurraaʼa.”

  • Roomaa 9:31-33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Israaʼel garuu seera qajeelummaa kan hordofe taʼus, seera sana hin raawwanne. 32 Maaliif? Sababiin isaas, isaan kana gochuuf kan yaalan amantiidhaan utuu hin taʼin hojiidhaan ture. Kanaafuu, “dhagaa gufachiisuun” ni gufatan;+ 33 kunis akkuma, “Kunoo, ani dhagaa gufachiisuu fi kattaa kuffisu Xiyoon keessa nan kaaʼa;+ haa taʼu malee, namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedhamee barreeffametti dha.+

  • 1 Qorontos 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 nuti garuu Kiristoos isa muka irratti fannifame lallabna; kunis Yihudootaaf wanta gufachiisu, saboota kaaniif immoo gowwummaa dha.+

  • 1 Pheexiros 2:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isin waan amantaniif, inni isiniif gatii guddaa qaba; warra hin amanneef garuu, “dhagaan ijaartonni tuffatan,+ dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe”;+ 8 akkasumas “dhagaa gufachiisuu fi qarsaa kuffisu taʼe.”+ Isaan kan gufatan dubbichaaf waan hin ajajamneefi. Wanti isaan eeggachaa tures kanuma.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi