19 Ilmi namaa immoo nyaachaa fi dhugaa+ dhufe; namoonni garuu, ‘Kunoo, nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, michuu warra qaraxa sassaabanii fi cubbamootaa’+ jedhan. Kanas taʼe sana, ogummaan qajeelaa taʼuun ishii hojii ishiitiin mirkanaaʼeera.”+