37 Ani hojii Abbaa koo hin hojjedhu taanaan na hin amaninaa. 38 Hojii Abbaa koo nan hojjedha yoon taʼe garuu, yoo na amanuu baattan illee, Abbaan anaa wajjin tokkummaa akka qabuu fi anis Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabu+ akka beektanii fi beekuu keessan akka itti fuftaniif hojiiwwan sana amanaa.”+