Luqaas 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Gaaf tokko utuu inni barsiisaa jiruu, Fariisonnii fi barsiisonni Seeraa gandeen Galiilaa fi Yihudaa hunda keessaa, akkasumas Yerusaalem irraa dhufan achi taaʼanii turan; Yihowaan* akka inni namoota fayyisuuf humna isaa isaaf kennee ture.+
17 Gaaf tokko utuu inni barsiisaa jiruu, Fariisonnii fi barsiisonni Seeraa gandeen Galiilaa fi Yihudaa hunda keessaa, akkasumas Yerusaalem irraa dhufan achi taaʼanii turan; Yihowaan* akka inni namoota fayyisuuf humna isaa isaaf kennee ture.+