LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Magaalaa yookiin ganda kamitti iyyuu yommuu seentan, nama isaaf malu barbaadaa; hamma bakka sanaa deemtanittis achuma turaa.+

  • Maarqos 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Itti dabalees akkana isaaniin jedhe: “Mana kamitti iyyuu yommuu seentan, hamma bakka sanaa deemtanitti achuma turaa.+

  • Luqaas 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yommuu mana tokko seentan hundatti jalqaba, ‘Nagaan mana kanaaf haa taʼu!’+ jedhaa.

  • Luqaas 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Namni hojjetu mindaa isaa argachuu waan qabuuf,+ wanta isaan isiniif dhiheessan nyaachaa+ fi dhugaa manuma sana keessa turaa.+ Mana isa tokkoo gara isa kan biraatti hin jijjiirratinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi