Luqaas 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Heroodis Yesuusiin yommuu argu baayʼee gammade. Sababiin isaas, inni waaʼee isaa wanta hedduu waan dhagaʼeef,+ yeroo dheeraadhaaf Yesuusiin arguu barbaada ture; yommuu inni dinqiiwwan tokko tokko hojjetus arguuf hawwaa ture.
8 Heroodis Yesuusiin yommuu argu baayʼee gammade. Sababiin isaas, inni waaʼee isaa wanta hedduu waan dhagaʼeef,+ yeroo dheeraadhaaf Yesuusiin arguu barbaada ture; yommuu inni dinqiiwwan tokko tokko hojjetus arguuf hawwaa ture.