LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 17:14-16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yommuu gara namoota hedduu+ sanaa dhufanis, namichi tokko gara isaa dhufee isa duratti jilbeenfatee akkana isaan jedhe: 15 “Yaa Gooftaa, ilma kootiif garaa laafi; inni gaggabdoodhaan qabamee dhukkubsachaa jira. Yeroo baayʼee ibidda keessatti kufa; yeroo baayʼees bishaan keessatti kufa.+ 16 Gara barattoota keetti isa fideen ture; isaan garuu isa fayyisuu hin dandeenye.”

  • Maarqos 9:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namoota sana keessaa tokko akkana jedhee isaaf deebise: “Barsiisaa, ilmi koo hafuura arraba hidhuun waan qabameef gara keettan isa fide.+ 18 Yeroo isa qabatu hundumaatti lafatti isa kuffisa, afaan isaa hoomacha baasa, inni ilkaan isaa ni qara, humnas ni dhaba. Barattoonni kee akka keessaa baasan gaafadheen ture; isaan garuu kana gochuu hin dandeenye.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi