Maatewos 10:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Warqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa sabbata keessanitti hin gudunfatinaa;+ 10 yookiin karaadhaaf korojoo nyaataa yookiin uffata lama* yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa;+ sababiin isaas, namni hojjetu wanta nyaatu argachuu qaba.+ Luqaas 9:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 akkana isaaniin jedhe: “Karaadhaaf homaa hin qabatinaa; ulee yookiin korojoo nyaataa yookiin daabboo yookiin maallaqa* yookiin uffata lama* hin qabatinaa.+
9 Warqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa sabbata keessanitti hin gudunfatinaa;+ 10 yookiin karaadhaaf korojoo nyaataa yookiin uffata lama* yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa;+ sababiin isaas, namni hojjetu wanta nyaatu argachuu qaba.+
3 akkana isaaniin jedhe: “Karaadhaaf homaa hin qabatinaa; ulee yookiin korojoo nyaataa yookiin daabboo yookiin maallaqa* yookiin uffata lama* hin qabatinaa.+