LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 “Namni isin simatu kam iyyuu anaanis ni simata; namni anaan simatu kam iyyuu immoo isa ana erge sana simata.+

  • Maarqos 9:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 “Namni ijoollee xixinnoo+ akkanaa keessaa tokko maqaa kootiin simatu kam iyyuu anaanis ni simata; namni anaan simatu kam iyyuu immoo ana qofa utuu hin taʼin isa na erge sanas ni simata.”+

  • Yohaannis 13:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni isa ani ergu simatu hundi anas ni simata;+ namni anaan simatu hundi immoo isa ana erge sanas ni simata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi