-
Yohaannis 5:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 kanas kan godhe, namni hundi akkuma Abbaadhaaf ulfina kennu, Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine kam iyyuu, Abbaa isa isa ergeefis+ ulfina hin kennu.
-
-
Yohaannis 12:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Nama ana tuffatuu fi dubbii koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbiin ani dubbadhe guyyaa dhumaatti isatti ni murteessa.
-
-
Yohaannis 15:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Namni na jibbu kam iyyuu Abbaa koos ni jibba.+
-