-
Hojii Ergamootaa 16:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Intalli tun Phaawulosii fi nu duukaa buutee, “Namoonni kun garboota Waaqa Hundaa Olii+ warra daandii fayyinaa isiniif labsani dha” jettee iyyiti turte. 18 Ishiin guyyoota hedduudhaaf akkasuma gochaa turte. Dhuma irrattis Phaawulos waan nuffeef duubatti garagalee hafuurichaan, “Maqaa Yesuus Kiristoosiin ishii keessaa akka baatu sin ajaja” jedhe. Hafuurichis yeruma sana ishii keessaa baʼe.+
-