-
Maatewos 17:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Achiis Yesuus jinnii sana ifate; innis mucicha keessaa ni baʼe, mucichis saʼaatii sanaa jalqabee ni fayye.+
-
-
Maarqos 1:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yesuus garuu, “Cal jedhi, isa keessaas baʼi!” jedhee isa ifate. 26 Hafuurri xuraaʼaan sunis namicha erga dhidhiittachiisee booda, caraanee isa keessaa baʼe.
-
-
Luqaas 10:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis namoonni 70n sun gammachuudhaan deebiʼanii, “Yaa Gooftaa, jinniiwwan illee maqaa keetiin nuuf ajajamaniiru”+ jedhan.
-