LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sana booda Yesuus ajajaa dhibbaa sanaan, “Dhaqi. Akkuma amantii keetii siif haa taʼu”+ jedhe. Tajaajilaan sunis saʼaatii sanatti ni fayye.+

  • Maatewos 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yesuus of irra garagalee ishii ilaalee, “Intala too, jabaadhu! Amantiin kee si fayyiseera”+ ishiidhaan jedhe. Dubartiin sunis saʼaatii sanaa kaasee ni fayyite.+

  • Maatewos 15:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yeroo kanatti Yesuus, “Dubartii nana, amantiin kee guddaa dha; akkuma fedhii kee siif haa taʼu” jedhee ishiidhaaf deebise. Intalli ishiis saʼaatii sanaa jalqabee ni fayyite.

  • Yohaannis 4:51, 52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Taʼus, utuu inni gad buʼaa jiruu, garboonni isaa itti dhufanii ilmi isaa akka fayye itti himan. 52 Kanaafuu, inni saʼaatii meeqatti akka itti wayyaaʼe isaan gaafate. Isaanis, “Dhaqna gubaan sun kaleessa saʼaatii torbatti isa gadhiise” jedhanii isaaf deebisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi