46 Maariyaamis akkana jette: “Lubbuun koo Yihowaa jajatti;+ 47 garaan koos Waaqa isa Fayyisaa koo+ taʼetti baayʼee gammada; 48 sababiin isaas, inni iddoo gad aanaa garbittiin isaa qabdu argeera.+ Egaa ammaa jalqabee dhaloonni hundi gammadduu naan jedha;+