Maatewos 23:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Affeerraa irbaataa irratti bakka filatamaa taaʼuu, mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu,+ 7 akkasumas iddoo gabaatti nagaa gaafatamuu fi ‘Rabbii’* jedhamanii waamamuu jaallatu.
6 Affeerraa irbaataa irratti bakka filatamaa taaʼuu, mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu,+ 7 akkasumas iddoo gabaatti nagaa gaafatamuu fi ‘Rabbii’* jedhamanii waamamuu jaallatu.