-
Luqaas 14:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Achiis namoonni affeeraman sun ofii isaaniitiif iddoo hunda irra caalu filachaa akka jiran+ yommuu argu fakkeenya tokko isaanitti hime. Akkana isaaniin jedhe:
-