LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Barsiisonni seeraa fi Fariisonni barcuma Musee irra of kaaʼaniiru.

  • Maatewos 23:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Affeerraa irbaataa irratti bakka filatamaa taaʼuu, mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu,+ 7 akkasumas iddoo gabaatti nagaa gaafatamuu fi ‘Rabbii’* jedhamanii waamamuu jaallatu.

  • Maarqos 12:38-40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Inni akkana jedhee barsiisuu isaa itti fufe: “Barsiisota seeraa* irraa of eegaa; isaan uffata dheeraa uffatanii naannaʼuu jaallatu; iddoo gabaatti nagaa gaafatamuu barbaadu;+ 39 mana sagadaa keessatti fuuldura,* affeerraa irbaataa irrattis bakka filatamaa taaʼuu jaallatu.+ 40 Mana* dubartoota abbaan manaa irraa duʼee ni onsu; argisiifachuuf* jedhaniis kadhannaa isaanii dheeressu. Isaan warra kaan caalaa adabamu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi