LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Affeerraa irbaataa irratti bakka filatamaa taaʼuu, mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu,+ 7 akkasumas iddoo gabaatti nagaa gaafatamuu fi ‘Rabbii’* jedhamanii waamamuu jaallatu.

  • Luqaas 11:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Fariisota nana, isiniif wayyoo! Sababiin isaas, isin mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu, iddoo gabaattis nagaa gaafatamuu jaallattu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi