LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Barsiisonni seeraa fi Fariisonni barcuma Musee irra of kaaʼaniiru.

  • Maatewos 23:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Affeerraa irbaataa irratti bakka filatamaa taaʼuu, mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu,+

  • Luqaas 11:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Fariisota nana, isiniif wayyoo! Sababiin isaas, isin mana sagadaa keessatti fuuldura* taaʼuu, iddoo gabaattis nagaa gaafatamuu jaallattu.+

  • Luqaas 20:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 “Barsiisota seeraa irraa of eegaa; isaan uffata dhedheeraa uffatanii naannaʼuu fi iddoo gabaatti nagaa gaafatamuu jaallatu; mana sagadaa keessatti fuuldura,* affeerraa irbaataa irrattis bakka filatamaa taaʼuu jaallatu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi