Maatewos 10:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 “Kanaafuu, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, anis Abbaa koo isa samii duratti dhugaa isaaf nan baʼa.+ 33 Nama namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, anis Abbaa koo isa samii duratti nan gana.+
32 “Kanaafuu, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, anis Abbaa koo isa samii duratti dhugaa isaaf nan baʼa.+ 33 Nama namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, anis Abbaa koo isa samii duratti nan gana.+