Luqaas 12:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani isinitti nan hima, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, Ilmi namaa immoo maleekota Waaqayyoo duratti dhugaa isaaf ni baʼa.+ 9 Namni namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, maleekota Waaqayyoo duratti ni ganama.+ Mulʼata 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Inni injifatu+ uffata adii ni uffata,+ anis matumaa maqaa isaa kitaaba jireenyaa keessaa hin haqu;+ kanaa mannaa, Abbaa koo fi maleekota isaa duratti maqaa isaatiif beekamtii nan kenna.+
8 “Ani isinitti nan hima, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, Ilmi namaa immoo maleekota Waaqayyoo duratti dhugaa isaaf ni baʼa.+ 9 Namni namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, maleekota Waaqayyoo duratti ni ganama.+
5 Inni injifatu+ uffata adii ni uffata,+ anis matumaa maqaa isaa kitaaba jireenyaa keessaa hin haqu;+ kanaa mannaa, Abbaa koo fi maleekota isaa duratti maqaa isaatiif beekamtii nan kenna.+