Maatewos 19:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe. Luqaas 18:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yesuus erga kana dhagaʼee booda, “Amma iyyuu wanti tokko si hafa: Wanta qabdu hunda gurguriitii maallaqa isaa hiyyeeyyiidhaaf hiri; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe. Hojii Ergamootaa 2:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 kana malees lafa isaanii fi qabeenya isaanii gurguranii+ maallaqa isaa akkuma tokkoon tokkoon isaaniitiif barbaachisutti hundumaaf hiru turan.+ Hojii Ergamootaa 4:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Warri lafa yookiin mana qaban hundi gurguranii maallaqa isaa waan fidaniif, isaan keessaa namni rakkatu tokko iyyuu hin jiru ture;+ 35 maallaqa isa fidanis ergamootatti kennu turan.+ Isaanis tokkoon tokkoon isaaniitiif akkuma isaan barbaachisutti hiru turan.+
21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.
22 Yesuus erga kana dhagaʼee booda, “Amma iyyuu wanti tokko si hafa: Wanta qabdu hunda gurguriitii maallaqa isaa hiyyeeyyiidhaaf hiri; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.
45 kana malees lafa isaanii fi qabeenya isaanii gurguranii+ maallaqa isaa akkuma tokkoon tokkoon isaaniitiif barbaachisutti hundumaaf hiru turan.+
34 Warri lafa yookiin mana qaban hundi gurguranii maallaqa isaa waan fidaniif, isaan keessaa namni rakkatu tokko iyyuu hin jiru ture;+ 35 maallaqa isa fidanis ergamootatti kennu turan.+ Isaanis tokkoon tokkoon isaaniitiif akkuma isaan barbaachisutti hiru turan.+