LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 6:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaa mannaa, bakka biliin nyaachuu fi ligidni balleessuu,+ akkasumas hattuun cabsee seenee hatuu hin dandeenyetti, samii keessatti qabeenya kuufadhaa.+

  • Maatewos 19:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.

  • Maarqos 10:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuusis isa ilaalee isa jaallate; achiis, “Wanta tokkotu sitti hirʼata: Dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 12:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Qabeenya keessan gurguraatii kennaa gara laafinaa* kennaa.+ Boorsaa maallaqaa hin moofofne qabaadhaa, jechuunis bakka hattuun bira hin geenyee fi bakka biliin hin nyaanne, samii irratti qabeenya hin dhumne kuufadhaa.+

  • 1 Ximotewos 6:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanta gaarii akka hojjetan, hojii gaariidhaan badhaadhota akka taʼan, arjoota akka taʼanii fi warra kaaniif hiruuf qophaaʼoo akka taʼan,+ 19 akkasumas jireenya isa dhugaa jabeessanii qabachuu+ akka dandaʼaniif, ofii isaaniitiif qabeenya Waaqayyo biraa argamu walitti qabachuudhaan gara fuulduraatiif buʼuura gaarii akka kaaʼatan+ itti himi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi