LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 19:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.

  • Maarqos 10:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuusis isa ilaalee isa jaallate; achiis, “Wanta tokkotu sitti hirʼata: Dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 12:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Qabeenya keessan gurguraatii kennaa gara laafinaa* kennaa.+ Boorsaa maallaqaa hin moofofne qabaadhaa, jechuunis bakka hattuun bira hin geenyee fi bakka biliin hin nyaanne, samii irratti qabeenya hin dhumne kuufadhaa.+ 34 Sababiin isaas, bakkuma qabeenyi keessan jiru sana, garaan keessanis achuma ni taʼa.

  • Luqaas 18:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yesuus erga kana dhagaʼee booda, “Amma iyyuu wanti tokko si hafa: Wanta qabdu hunda gurguriitii maallaqa isaa hiyyeeyyiidhaaf hiri; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi