LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 6:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaa mannaa, bakka biliin nyaachuu fi ligidni balleessuu,+ akkasumas hattuun cabsee seenee hatuu hin dandeenyetti, samii keessatti qabeenya kuufadhaa.+ 21 Sababiin isaas, bakkuma qabeenyi kee jiru sana garaan kees achuma ni taʼa.

  • Luqaas 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Ani isiniin nan jedha, yommuu qabeenyi kun dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin simataniif,+ qabeenya jalʼinaatiin ofii keessaniif michoota horadhaa.+

  • 1 Ximotewos 6:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanta gaarii akka hojjetan, hojii gaariidhaan badhaadhota akka taʼan, arjoota akka taʼanii fi warra kaaniif hiruuf qophaaʼoo akka taʼan,+ 19 akkasumas jireenya isa dhugaa jabeessanii qabachuu+ akka dandaʼaniif, ofii isaaniitiif qabeenya Waaqayyo biraa argamu walitti qabachuudhaan gara fuulduraatiif buʼuura gaarii akka kaaʼatan+ itti himi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi