Maatewos 19:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe. 1 Ximotewos 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.
21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.
17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.