LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 25:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 “Achiis Mootichi warra karaa mirga isaa jiraniin akkana jedha: ‘Isin warri Abbaan koo eebbise kottaa; Mootummaa isa yeroo addunyaan hundeeffamee jalqabee isiniif qophaaʼe sana dhaalaa.

  • Luqaas 12:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe. 21 Kanaafuu, namni ofii isaatiif qabeenya kuufatu, Waaqayyo biratti garuu badhaadhaa hin taane dhumni isaa akkanuma taʼa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi